Date post: | 20-May-2020 |
Category: |
Documents |
Upload: | ibsaayusuf |
View: | 2,733 times |
Download: | 487 times |
USUULU ASSALAASAA
Maqaa Rabbii akkaanMararfataa akkaan rahmatagodhaa ta’eetiin.
Gaafii:1, Wantoonni afur,kanbaratuun nurraatti dirqamaamaali?
Deebii;Tokkoffaan;Barumsa;Inniis Rabbi beekuu,diinii finabiyyi Isaa isaas(s.a.w)
Lammaffaan;Wan beektetti
hojjachuu dha.
Sadaffaan;GaraIslaamummaa namawaamuudha.
Afraffaan;Rakkina amantiikeessatti sirra ga’e irrattiobsuudha.
Ragaan kanaa jecha Rabbiiolta’eeti:“Maqaa Rabbiiakkaan mararfataa,akkaanrahmata godhaa ta’eetiin.
(1) Yeroon” kakadhe! “ (2)
Dhugumatti ilmi namaahoongoo keessa jira.
(3)Isaan amananii,toltuuhojjatanii,dhugaa namaafdhaamanii,obsaas waliifdhaaman malee.’’(suuratulAsri,1-3)
Imaamu shaafi’iin-Rabbiinisaaf rahamata haagodhu!-akkanajedhe: ”Rabbii n odoo uumaa Isaairratti boqonnaa wal Asrii
malee ragaa biroo buusuubaateehuu isummaanuuisaaniif ni geessi ture.’’
Bukhaariiniis –Rabbirahmata isaaf haagodhuu-akkana jedhe:’’Boqonnaan kun:Barnootaatu jechuu fi
hojjatuu duursa jedha.
Ragaan jecha Rabbii olta’eeti: “Yaa Ergamaa!Dhugaan gabbaramaan Rabi
malee hin jiruu beekii,balleessaa kee araaramagaafadhu.’’ suuraaMuhammad(19).
Rabbiin bakka kanattijechaa fi hujii durabeekumsa duurse.
Gaafii-2: Waan sadi dhiiraafi dubara muslimaa irrattisbaratanii itti hojjachuundirqama;wantoonni sunmaali?
1-Rabbiin nu uumeet,nusooree, akkanatti nundhiifnee,ergamaa nuttierge.Namni isa hordofejannata seena namni isadide immoo ibidda seena.
Ragaan jecha Rabbiiti: ’’Nutiergamaa isin irratti ragata’e,akkuma garaFir’ownaatti ergamaaerginetti,gara keessaniisergine.Fir’owni ergamicha
faallessinaan qabaa jabaaisa qane.’’ (Al Muzzammil15-16).
2-Rabbiin ibaadaa Isaakeessatti wanni tokko Isattiida’amuu hin jaallatu;Malaykaa Isattidhiheeffamees ta’ee,nabiyyii ergamees ta’ee.Ragaan jecha Isa ol ta’eeti;’’Gabbartiin hunduu
Rabbumaafi, saniifuu Rabbii
wajjiin waan tokko hinwaammatinaa!’’ (Aljinni,18)
3-Nama ergamaahordofee,Rabbitokkichoomse,nama Rabbiifi ergamaa isaa faallessetokko,odoo irra dhihoo firaisaa ta’ellee jaallachuunisaaf hinhayyamamu.Ragaan jechaIsa ol ta’eeti: “ummataRabbii fi guyyaa boodaatti
amanan, nama Rabbii fiErgamaa Isaa fallesseisaanii jaalatan hin argitu;odoo abboota isaanii,yookaa ilmaan isaanii, yookaaobboleeyyan isaanii,Yookaagosa isaanii tahanillee.Isaansan Rabbiin iimaana onneeisaanii keessattibarreesseeti,tumsa Isa biraataheen gadi jabeesse.Oyruulee isii jala laggeen
yaa’an,kan keessatti hafangodhee isaan seensisa.Rabbiin isaan irraajaallate,isaaniis Isa irraajaallatan. Isaan sun gareeRabbiif bulanii dha.Dhaga’aa! GareenRabbii,isaanumaatumilkaa’oo dha.(Aimujaadalah;22) suni maa
Gaafii- 3:Karaan sirrii taate,karaan Ibraahiim sun maali?
Deebii:- Ajaja Isaa godhuttiRabbi si haa qajeelchuubeeki; Isiin sirriin,karaanIbraahim sun:Rabbumaqofaaf ibaadaaqulqulleessitee gabbaruudha.Waan sanitti Rabbiinnama hunda ajaje,isumaafisaan uumees.
Akkuma Rabbiin olta’ejedhe:” Jinniis ta’ee,namaas akkuma Ana
gabbaraniif malee hinuumne.” (Azzaariyaat:56)
Gaafii -4: Hikkaan jecha:”Akkuma Ana gabbaraniif’jedhu maali?
Deebii:--Akkuma Anatokkichoomsaniif jechuudha.
Gaafii-5- Wantoota Rabbiinitti ajaje keessaa irraguddaan maali?
Deebii:-Irra Guddaan waan
Rabbiin itti ajajee: Isatokkichoomsuu dha.
Gaafii-6: Towhiida jechuunmaal jechuu dha?
Deebii:-Towhiida jechuun:Rabbi tokkichoomsuu
jechuu dha.
Gaafii-7: Wantoota Rabbiinirraa dhorge keessaa irraguddaan maali?
Deebii:-Wanta biraa Isawajjiin gabbaruu dha.
Gaafii-8: Shirkii jechuunmaal jechuu dha?
Deebii:-Waan biraa Isaawajjiin gabbaruu dha.
Gaafii-9: Irra guddaaajajaatii fi irra guddaadhoorgaa san irratti ragaanmaali?
Deebii:-Ragaan jecha Isa olta’eeti: ’’Rabbigabbaraa;Isatti humaa hinida’inaa.” (Annisaa’i:36)
Gaafii-10- Bu’urri sadeenilma namaa irratti beekuundirqama ta’e sun maali? yosiin jedhame,akkana jedhiin:
Deebii:-Gabrichi Gooftaaisaa, amantii isaa,finabiyyicha isaa Muhammad(s.a.w) beekuu dha.
Gaafii-11- Gooftaan keeeenyu? yoo siin jedhame,akkana jedhiini:
Deebii:-Gooftaan koo
Allaaha,Isa ana guddise, kanaalamtoota hunda qananiiisaatiin gudiseedha; Innigabbaramaa kiyya.Isa maleegabbaramaan biraa naaf hintaane.
Ragaan kanaa jecha Isaolta’eeti: ’’Faaruun hundiRabbii, Gooftaa aalamaata’eefi.’’(Alfaatihaa-2) wantiRabbi malee jiru hunduuAalama; aniis aalama san
irraa isa tokko.
Gaafii-12-Gooftaa keemaaliin beekte? yoo siinjedhame, akkana jedhi:
Deebii:-Mallattolee Isaatii fiuumama Isaatiiniinbeeke.Mallattoolee Isaairraayi:
halkan,guyyaa,biiftuu, fijiiniis. Uumama Isaa irraayi:Samiin turban,dachiileenturbaanii fi wantoonni isaan
keessa jiraataniis. Ragaanjecha Rabbii ol ta’eeti:
“Halkan,guyyaan,aduufijiiniis mallatoolee Rabbiiirraayi.Biiftuufi ji’aaf hinsujuudiina, Rabbii isaanuumeef sujuudaa,yoo kanisuma qofa gabbartantaatan(Fussilat:37),
Ammas jecha Rabbii olta’eeti: “Gooftaan keessanAllaaha,Isa samii torbaaniifi
dachii guyyuma jahattiuumee,ergasii Arshii irrattiol ta’ee dha.Halkaanguyyatti hagooga;innisguyyaa saffiisaanbarbaada,Biiftuu,ji’aa fiurjiis ajaja Isaatiinlaaffifamtuu godhee kanuume.Dhagayaa! uumuu fiajajuun hundi kanIsaati.Rabbiin,GooftaanAalama hundaa guddate.”(Al
a’araaf:54)
Rabbi jechuun Isaagabbaramaa jechuu dha.
Ragaan jecha Rabbii oltaheeti: “Yaa nama!Gooftaakeessan,Isa isiinii fi isaanisin duraatiis,akka Isaasodattaniif uumegabbaraa.Isa dachii afataisiini godhee,samii immoojaarmaya gubbaa isiinigodhee,dumessa irraa rooba
isinii buusee,bokkaa saniinmidhaan adda addaa isinsooruuf kan isiniif magarse.Kanaafuu Rabbiif hiriyootahin godhiinaa.isin nibeektanii.”(Albaqaraa:21,22)
Ibnu Kasiir tafsiira isaakeessatti akkana jedhe:”Inniwantoota kana hundauume,isumaatu gabbaramuuhaqa godhata.”
Gaafii:13 Gosootni ibaadaaRabbiin itti ajajee maalfaadhaa?
Deebii:-AkkaIslaamummaa,iimaana,ihsaanaati,ammaas wantoota sanirraayi:kadhaa,sodaan,kajeellaan,hirkatuun,abdachuun,sodaatuun,naamusagodhatuun,sodaancimaan,towbaan,gargaarsifatuun,tikfamuun,dirmachuu
barbaaduun,qaluun,qodhaanii fi akaakulee ibaadaa irraawantootni Rabbiin itti ajajehundi.
Gaafii 14:Akaakuuleenibaadaa dubbatamanii fi kanhin dubbataminiis,Rabbumatokkicha, hiriyaa hinqabneefi,waan kana irrattiraga fidii yoo gaafatamte?
Deebii:-Ragaan jechaaRabbii ol ta’eeti: “Ibaadaan
Rabbumaafi;kanaafuu,Rabbiiwajjiiin waan tokkollee hingabbarinaa.”(Aljinnii,18)
Gaafii 15:Murtiin namawantoota ibaadaa irrata’e,wan Rabbi hin ta’iniifhojjatee,yookaangaragalchee maali?
Deebii:-Namni wantoota sanirraa,waanuma takka,waanRabbi hin ta’iniif kenne,innisun mushrika,kaafiraasi.
Gaafii16:Waan san irrattiragaan maali?
Deebii:-Ragaan jecha Rabbiiol ta’eeti: “Namni rabbiwaliin gabbaramaabiro,odoo raga isatti hinqabne,gabbare,qorannaanisaa Gooftaa isaabiratti.Dhugumattikaafirtoonni hinmilkaawan.(Almu’uminuun:117)
Gaafii 17:Kadhaan Rabbiifmalee hin ta’uu irrattiragaan maali?
Deebii:-Ragaan jecha Rabbiiol ta’eeti: “Gooftaakeessan:Isiniifiinowwaadhaa,Anayaammadhaa!warri kadhaatiyyarraa boonan fuuldurasalphatanii,jahannamseenuuf jiran,”jedha.(Ghaafir:60)
Hadiisa keessattiis akkanajechuutu jira:“Kadhaan,dhuka ibaadaati”
Gaafii 18:Sodaan ibaadaata’u irratti ragaan maali?
Deebii:-Ragaan soda jechaRabbii ol ta’eeti: “Isaan hinsodaatinaa!yoomu’umintoota taatan anumasoda dhaa”(Aali Imraan:175)
AHadiisa keessattiis akkanajechuutu jira:
“Kadhaan,dhuka ibaadaati”
Gaafii 18:Sodaan ibaadaata’u irratti ragaan maali?
Deebii:-Ragaan soda jechaRabbii ol ta’eeti: “Isaan hinsodaatinaa!yoomu’umintoota taatan anumasoda dhaa”(Aali Imraan:175)
Gaafii 19:Kajeellaanibaadaaa ta’uu irratti ragamaali?
Deebii:-Ragaan kajeellaa
jecha Rabbii ol ta’eetii:“Namni Rabbii isaaqunnamuu kajeela,hujiibaeedaa haahojjatuu,ibaadaa Gooftaaisaa keessatti waantokkollee hin dabalin.”(Alkhaf:110)
Gaafii 20:Hirkatuun ibaadaata’u irratti ragaan maali?
Deebii:-Ragaan jecha Rabbiiol ta’eeti: “Rabbuma qofa
irratti yoo mu’umintootataatan hirkadhaa!”BoqonnaaAlmaa’idaa:23,Ammaasjecha Rabbiiti: “Namni Rabbiirratti hirkate,innuu numaga’aaf.”(Suuratuxxalaaq:3)
Gaafii 21:Kajeellaa,sodaa finaamusni ibaadaa ta’uuirratti ragaan maali?
Deebii:-Ragaan isaa jechaRabbi ol ta’eeti: “Isaan sun
toltuu keessatti fuula durattideemuu turan;kajeellaa fisodaan nuwaammatan,naamusa Nuufqabaatuu turan.” Boqonnaa(Al anbiyaa:90)
Gaafii22:Khashyaan ibaadaata’uu irratti ragaan maali?
Deebii:-Ragaan khashyaajecha Rabbii ol ta’eeti:“Isaan hin sodaatinaaanuma sodaadhaa.”
(Boqonnaa ALbaqaraa:150)
Gaafii23:Ragaan toowbaanibaadaa ta’uudhaa maali?
Deebii:-Ragaa isaa jechaRabbiiti: “Gara Gooftaakeessanii deebi’aa,Isa jalabutamaa.”(SuuraaAzzumar:54)
Gaafii 24:Ragaan gargaarsabarbaachuu ibaadaa ta’uudhaa maali?
Deebii:-Ragaa isaa jecha
Rabbi ol ta’eeti: “Suma qofagabbara,suma qofagargaarsifannaas.”(SuuraaFaatihaa:5)
Ammas hadiisa keessattiakkana jechuutu jira: “Yeroogargaarsabarbaaddae,Rabbumaangargaarsifatuu barbaadi,”Ahmad,Tirmiizii
Gaafii25:Tika barbaaduunibaadaa ta’ui irrati ragaan
maali?
Deebii:-:Ragaan isaa jechaRabbiiti: “Yaa Muhammad!“Gooftaa nama uumeeniintikfama,”jedhi”(SuuratuAnnas:1)
Gaafii26:Ragaan dirmachuubarbaaduun ibaadaa ta’uudhaa maali?
Deebii:-Ragaan saani jechaRabbiiti: “YaaErgamaa!yeroo Gooftaa
keessan irra birmachuubarbaaddanii,isiniif owwaatesan,’yaadadhu.”(Al anfaal:9)
Gaafii 27:Qaluun ibaadaata’u irraati ragaan maali?
Deebii:-Ragaan isaa jechaRabbiiti: “YaaMuhammad!Akkanajedhi:salaanni kiyya,qaluunkiyya,jiruun kiyyaa fi du’uukiyyaas Rabbii,GooftaaAalamaa ta’eefi.shariikni
Isaaf hin taane.Isatokkichoomsuu sanittiinajaajamee,muslimtootaummata kanaa irraa anijalqaba.”
Hadiisa irraayiis: “Namawaan Rabbbii malee jiruufqale,Rabbii rahmata Isaairraa haa fageessu!”Muslim:(1978)
Gaafii 28:Ragaan qodhaanibaadaa ta’uu dhaa maali?
Deebii:-Ragaan qodhaajecha Rabbiiti “Isaan qodhaani guutan,ammaas guyyaahumtuun faca’aa ta’e saniisni sodaatan,”(Suuratul-Insaan:7)
Gaafii 29:Bu’urri lammaffaamaali?
Deebii:-Bu’uurrilammaffaa:Gabrichiammantii islaamaaragootaan beekuu dha
Gaafii 30;Diinal islaam hiikaisaa ibsi?
D;Rabbiitokkichoomsanii,itti ofkennuu,ajaja isa jalabutamuu,shirkiifi warra isiiirraas qulqullaawuudha.
Gaafii 31;Sadarkaaleendiinal-islaam meeqa?
Deebii:-Inni sadarkaaleesadi qaba.
Gaafii 32;Sadarkaaleen
sadeen sun maali?
Deebii:-Islaamummaa,Iimaanaafi Ihsaanaadha.sadarkaaleen hundinuurogoota mataa isaanii qabu
Gaafii33 Sadarkaantokkoffaa maali?
Deebii:-Sadarkan tokkoffanislaamummaadha.
Gaafii 34;Rogoonniislaamummaa maali?
Deebii:-Rogooni
islaamummaa shani.
Gaafii 35;Rogooni sunmaali?
Deebii:-Dhugaangabbaramaan Rabbii maleehin jiruu fi Muhammadiisergamaa Rabbii ta’uu ragaba’uu, salaata sirrittisagaduu,zakaa kennu,ji’aRamadaanaa soomanuu fimana kaba jamaa ta’e sanhamiluu dha(hajji godhuu
dha).
Gaafii 36;Ragaa shahaadahimi?
Deebii:-Ragaan isii jechaRabbii olta’eet i; Dhugaangabbaramaan Isa maleeakka hin jirre Rabbiin ragabahe, Malaykotaa fi warribeekumsa qabaniis ragabahaniiru.Dhugaandhaabbataa haala ta’een.Dhugaan gabbaramaan isa
malee hin jiru,Inni injifataaogeessa;(suuraa AliImraan;13)
Gaafii 37;Hiikaangabbaramaan dhuga Rabbimalee hin jiruu maali?
Deebii:-Hiikaan isii; Innidhugaan gabbaramu Rabbiimalee hin jiruu Isii keessadhabamsiisaa fimirkaneessuutu jira;Daagaan dhabamsiisuu
dhaa’’Dhugaanngabbaramaan hin jiru’’dha,wanta Rabbiin alattigabbaramu hunda nidhabamsiisa.’’Rabbimalee’’jechuun;IbaadaaRabbumaaqofaaf,mirkaneessu,Rabbiinakkuma mootammaa Isaakeessatti hiriyaa hinqabne,Ibaadaa Isaakeessattiis hiriyaa hin
qabuu dha,
Gaafii 38;Hiikaanshahaadaa,kan isii ibsumaali?
Deebii:-Wanti isii ibsu jechaRabbii ol ta’eeti;’’yaaMuhammad! Yeroo Ibraahiimabbaa isaatii fi ummataisaatii akkana jedhe san(dubbadhu);Ani waan isingabbartan irraaqulqulluudha.Isa ana uume
malee, Inni fuul dura anaqajeelcha.Isii tana jecha isabooda haftu godhe, akkadeebi’aniif’’(SuuratulZakhraf;26-28)
Ammaas jecha Rabbii olta’eeti; yaaMuhammnad!akkanajedhi;yaa abbootii kitaabaa!Gara jecha nuufii isinittiiswal qixa ta’ee kootta.(Isiinsun)Rabbi malee gabbaruu
dhabu,Isatti waan biraaqixxeessuu dhabu, gariinkeenyaas garii Rabbii achittigabbaramoota godhatuudabuu dha.yoogaragalan,nuti muslimtootata’uu raga tahaa!jedhaan’’(Aali-Imraan;64)
Gaafii 39;RagaanMuhammad ergamaa Rabbiitauu dhaa maali?
Deebii:-Ragaan inni
ergamaa Rabbii ta’uudhaa,jecha Rabbiiolta’eeti;Dhugumatti,ergamaan iinuma irra ta’e, isinrakkatuun kan itticimu,qajeeluu keessanirratti bololaa(hawwaa)kanta’e,mu’umintootaaf rifataarahmata godhaa kan ta’eisinitti dhufeera.(suuratuattowbaa:128)
Gaafii 40;Mahammad
ergaamaa Rabbiiti jechuunmaali?
Deebii:-Hikkaan isaa;waaninni ajaje keessatti ajajaaisaa godhuu,waan inni himekeessatti isa dhugoomsitee,waan inni dhoorge irraafagaatuu dha.Waan innikaraa godheen maleeRabbiin gabbaramuu dhabuudha.
Gaafii 41;Ragaan
salaataa,Zakaa fi hiikkaantowhiidaas maali?
Deebii:-Ragaan isaanii jechaRabbii ol ta’eeti;’’Qajeeloota’anii, ibaadaa isaaqulqulleessanii Rabbigabbarutti maalee salaatasirri tti sagadutti malee,zakeess kennaatutti maleehin ajajamne.saniituamantiiti (suuratubayyinaah;5)
Gaafii 42: Ragaan Soomanaamaali?
Deebii:-Ragaan Soomanaajecha Rabbii ol ta’eeti:” Yaawarraamantan! Soomanniakka warra isiniin duraairratti murteeffametti, isinirrattiis murteeffameejira,akka Rabbi sodaattaniif.”(suuratul Baqaraa:183)
Gaafii 43:Ragaan Hajjiimaali?
Deebii:-Ragaan hajji jechaRabbii ti:”Namoota sinqiidanda’e ka’abaa haja’uundirqama Rabbiif isaan irrattijiru. Nama didees Rabbiinaalamtoota irraa dureessa.”(Aali Imraan:97)
Gaafii 44: Sadarkaanlammaffaahoo maali?
Deebii:- Sadarkaanlammaffaa: iimaana, innidameelee torbaatamii fi
wahi. Dameelee san irraatan irraa olii; dhugaangabbaramaan Rabbi maleehin jiruu dha. Tan irraa gadiiimmoo waan nama rakkisukaraarraa kaasuu dha.Saalfatuuniis dameiimaanaa irraahi.
Gaafii 45: Rogootniiimaanaa meeqa?
Deebii:- Rogootni iimaanaajaha.
Gaafii 46: Rogootnisunniin maal faadha?
Deebii:-Rabbittiamanuu,Malaykota Isaattiisamanuu,kitaabban Isaattiisamanuu,Ergamtoota Isaattiisamanuu,GuyyaaAakhiraattiis, qadarattiis;hamtuu fi toltuu isaattiamanuu dha.
Gaafii 47:Rogoota jahankana irratti ragaan maali?
Deebii:-Rogoota jahan kanairratti ragaan jecha Rabbiiti:”Fuula keessan kallattiibahaa fi lixaatti garagalchuun toltuu miti. Garuutoltuun (hujii) namaRabbitti,guyyaaaakhiraatti,Malaykotatti,kitaabatti fi Nabiyyootattiamaneeti.”(Albaqaraa:177)
Ragaan qadaraa immoojecha Rabbiiti:”Nuti waan
hunda qixa sirrii ta’eenuumne.”( Al qamar:49)
Gaafii 48: Sadarkaansadaffaa maali?
Deebii:-Sadarkaansadaffaan:Ihsaana.
Gaafii 49: Rogootni Ihsaanaameeqa?
Deebii:-Roga tokkoo dha.Inniis:”Akka waan agartuuttiRabbi gabbaruudha. Yoo atiarguu baattees Isaatu si
argaa.”
Gaafii 50: Roga kana irrattiragaan maali?
Deebii:- Ragaan jechaRabbiiti:”Rabbiin warra isasodaatu wajjiin jira,warratoltuu hojjatanii waliin jira.”,Ammaas jecha Rabbiiti:”Rabbi injifataa, rahmatagodhaa ta’e irratti irkadhu.Yeroo ati dhaabbattu kan siargu. Warra sujuudu wajjiin
gara gaggaluu keetiis kan siargu. Inni isumaatudhagayaa,beekaa dha.”(Ashu’araa’i:217:220)
Ammaas jecha Rabbiiti:”Waan takkallee keessatti hintaatu; waan saniis Qur’aanairraa hin dubbiftu, hujiitokkollee hin hojjattan,yeroo isin keessa galtanragaa isin irratti taanumalee hin taane.”
(Yuunus:61)
Gaafii 51: Sadarkaalee diinsan irratti hadiisa irraaragaa fidi?
Deebii:-Hadiisa irraa ragaanhadiisa Jibriil beekkamaasani. Umar BinulKhaxxaab(R.A) irraagabaafamee, akkana jedhe:odoo nuti Nabiyyicha(SAW)waliin taa’aa jirruu gurbaanhuccuun isaa adii, rifeensi
isaa akkaan gurraachaa, kanmallattoon imaltuu isarraahin mullanne,nurraa kaninam-tokkolleen isa hinbeekne tokkoo nurrattimullatee, garaNabiyyichaa(SAW) achigoree gad taa’e, Jilba isaalamaan gara jilba lamaanErgamaa(SAW) harkisee,sanacha isaa lamaan tafaisaa lamaan irra kaayyatee,
Yaa Muhammad(SAW)!Islaamummaa irraa naafhimi, jedhee, gaafannaan,Nabiyyichi(SAW) akkanajedheen:”Dhugaangabbaramaan Rabbi maleehin jiruu ragabahuu,MuhammadiisErgamaa Rabbii ta’uu ragabahuu dha, salaata sirrittidhaabuu dha, Zakaa kennuudha,Ramadaan soomanuu
dha, ka’abaa ziyaaruudha,garas deemuu dha yoodandeettii qabaatte. Dhugaajette jedheen. Ifumaagaafatee,dhugoomsaa,jenneedinqisiifanne . Ammaas,waa’ee iimaanaa irraa naafhimi,jedhee gaafannaan,akkana jedhan:”Rabbittiamanuu, malaykota Isaattiis,kitaabota
Isaattiis,ErgamtootaIsaattiis,guyyaa boodaattiisamanuu dha. Toltuu fihamtuu qadaraattiis amanuudha”. Akkana jennaan,dhuguma dubbattejedheenii,ammaas waa’eeihsaanaa irraa naaf odeessijedhee gaafannaan, akkanajedheen:”Akkuma waanagartuutti Rabbigabbaruudha. Yoo ati Isa
arguu baattees, Isaatu siargaa.” Ammaas qiyaamaairraa naaf odeessi jedhee,gaafannaan,akkana jedhe:”Ani gaafatamaan si gaafataairra beekaa miti. Eegasiifuumallattoolee isiitirraa naafhimi jedhee gaafate.Ergamaan(SAW) akkanajedheen: Gabrittiin goftaaisii dhaluu,namoota kopheehin qabne,kan qaama irraa
huccuu hin qabne, harkaqalleeyyii tikistee re’ee kanta’an isaanii jaarmayakeessatti wal dorgomanarguu dha.” Umar akkanajedhe: Gurbaan ni deeme,guyyoota muraasa ni turre,achii booda Ergamaan(SAW)akkana jedhe:”Yaa Umar!Gaafataa san nama inni ta’eni beektaa?” jennaan,nutiis: Rabbumaa fi Ergamaa
Isaatu beeka jenneedeebifnaan, akkanajedhe:Inni sun Jibriili,waa’eeamantii keessanii isinbarsiisuuf isinitti dhufe.”Muslimiitu gabaase(8)
Gaafii 52: Hundeelee sadeenirraa hundeen sadaffaa, tangabricha irratti isii beekuundirqamaa sun maali?
Deebii:-Hundeen sadaffaa:Nabiyyicha keessan
Muhammad(SAW) beekuudha. Inni MuhammadAbdallaah, Abdul Muxxalib,Haashim;Haashim Qureeshiiirraayi,Qureeshiin Arabootairraa yoo taatu, Arabniimmoo ilmaaan Ismaa’ilIbraahiim irraayi,nagayaa firahmanni isaa fi Nabiyyichakeenya irratti haa jiraatu!
Gaafii 53: Umriin isaahangam ture?
Deebii:- Umrii isaa waggaajahatamii fi sadi ture;isiiirraa afurtamanabiyyummaan duradabarse, digdamii sadiimmoo nabiyyummaakeessatti dabarse. SuuraaIqraa’iin nabiyyiigodhame,suuraaAlmuddassiriin ni ergame,biyti isaa makka.
Gaafii 54: Nabi Muhaammad
maaliin ergame?
Deebii:-Shirkii irraa namabaqachiisee, garatoohidaatti yaamuudhaanergame.
Gaafii 55:Waan kana irrattiragaan maali?
Deebii:- Ragaan jechaRabbiiti:”Yaa huccumammarataa! Ka’ii namaafdinniini. Rabbii kee guddisi.Uffata kee qulqulleeffadhu.
Taabota gabbaruu irraafagaadhu. Guddoobarbaaduuf xiqqoo hinarjoomin. Goftaa keetiifobsi.”
Gaafii 56: Hiikkaan jecha“Qum fa anzir” jedhuumaali?
Deebii:- Hiikkaan isaashirkii irraa dinniini,garatokkummaa Rabbiitti namawaami jechuu dha.
Gaafii 57: Hiikkaan Rabbiikee guddisi jedhu maalajechuudha?
Deebii:- Isatokkichoomsuudhaanguddisi.
Gaafii 58: Hiikkaan”huccuukee qulqulleeffadhu” jedhumaali?
Deebii:-Hujiilee kee shirkiiirraa qulqulleessi jechuudha.
Gaafii 59: Hiikkaan “Taabotairraa fagaadhu” jedhumaali?
Deebii:-Taabotaa fi namootaisa gabbaru irraaqulqullaa’uu dha.
Gaafii 60: Gara Towhidaayaamuu irra nabiyyichihangam ture?
Deebii:-Waggaa kudhan garatowhidaa yaamee, ergasiigara samii isaan ol
bahamee, salaatni shamanisa irratti dirqama godhame.
Gaafii 61: MakkattiNabiyyichi (SAW) salaatahangam salaate?
Deebii:-Makkatti waggaasadi salaate, ergasii garaMadiinaa godaanuttiajajame.
Gaafii 62: Hijiraa jechuunmaal jechuu dha?
Deebii:-Hijiraa jechuun
biyya shirkii irraa gara biyyaislaamaadeeemuu,godaanuu dha.Biyya shirkii irraa gara biyyaislaamaa godaanuunummata kana irrattidirqama. Isiin hangaqiyaamaan taatutti nijiraatti.
Gaafii 63: Ragaan waankanaa maali?
Deebii:- Ragaan jecha
Rabbiiti:”warra biyya shirkiikeessa jiraatuun lubbuuisaaniimiidhanii,malaaykonniguyyaa Badrii isaanajjeesan,maal keessa turtanisaaniin jedhan , biyyamakkaa keessattihacuucamnee turre, jedhaniiyeroo isaan deebisaagodhan, akkana jedhaniin:Dachiin Rabbii balloo dha.
Keessaa hin godaantanii?Isaan san galoon isaaniijahannami, bakka ittideemen ta’uuf waahammaattee. Dhiira,dubartootaa fi ijoollee irraawarra lallaafoo,tooftaabaasuuf I karaatti warra hinqajeelle malee. Isaan sanRabbiin isaaniif irra darbuunni kajeelama,Rabbii irradarbaa, araaramaa ta’e.”
(Annisaa’i)
Ammaas ragaan jechaRabbiiti:”Yaa gabroota kiyyakan amantan! Dachiin tiyyaballoo dha, anuma gabbaraa!”(Al ankabuut:56)
Baghawiin Rabbi rahmataisaaf haa godhuu! Akkanajedhe:”sababaan aayanniolii tun buuteef,muslimtoota makka
keessa turan, kan hin
godaanin, Rabbiin maqaaiimaanaatiin isaan waame.”
Gaafii 64: Hadiisa irraagodaanuu irratti ragaanmaaltu jira?
Deebii:-Hadiisa irraagodaanuu irratti ragaan,jecha Ergamaati(SAW):”Godaanuun hin dhaabbattuhanga towbaandhaabbattutti. Towbaan hindhaabbattu hanga biiftuun
lixa isii irraan ol baatutti.”Ahmad,Abuu Daawud,Albaanii
Gaafii 65: EegaNabiyyichi(SAW ) Madiinattigalee shari’aa irraa waan ittiguutame dubbadhu?
Deebii:-Yeroo Madiinaaqubatu, shari’aa Islaamaairraa waan hafettiajajame;fakkeenyaaf: zakaa,sooma, hajji,azaana,,
jihaada,toltutti ajajuu fihamtuu irraa dhoorguu fishari’aa irraa wantoota kanafakkaatanitti ajajame.
Gaafii 66: MadiinattiNabiyyichi (SAW) hangamtakka amantii geggeessaature?
Deebii:-Waan kana irrawaggaa kudhan ture,Ergamaan (SAW) odoo diinisaa lafa irratti ummata
jiddutti hafee jiruu du’e. kannu keessa jiru kunuu diinisaati. Toltuu takkalleeummata isaa irrattiqajeelchu malee, hamtuutakkallee irraa baqachiisumalee hin dhiifne.
Gaafii 67: Irra guddaankheeyrii Ergamaa(SAW)ummata itti ajajee maali?
Deebii:-Toltuun inni ummataitti qajeelche: Towhidaa fi
waan Rabbiin jaalatu hunda.
Gaafii 68: Irra guddaanhamtuu Nabiyyichi(SAW)ummata irraa baqachiiseemaali?
Deebii:-Hamtuun inni irraabaqachiise, shirkii fi waanRabbiin jibbu hunda.
Gaaffii: 69: ErgamuunNabiyyichaa(SAW) hangamuraasatti moo , ummatahundatti?
Deebii:-Rabbiin isa garanama hundaatti erge. Ajajaisaa godhuun warra dachiikeessa jiraatan; jinni finama irrattiis dirqamagodhe.
Gaafii 70: ErgamuunNabiyyichaa nama hundattita’uu raga fidi?
Deebii:-Ragaan jechaRabbiiti:”Yaa Muhammad!Jedhi: Yaa nama! Ani gara
isin hundaatiin ergame.”(Ala’araaf:158)
Gaafii 71:Amantiinergamuu Nabiyyichaatiinguutamtee?
Deebii:-Rabbiin isaanamantii guute.
Gaafii 72: Diin guutameejiraatuu irraatti ragan maali?
Deebii:-Ragaan jechaaRabbiti:”har’a diin keessaanisini guutetiin jira, godhii
tiyyaas isinii xumureera,amantiifis islaammumaanisiinif jaalla dhe.”(Almaa’idaa:3)
Gaafii 73:ErgaamanRabbi(S.A.W)du’uu irraattiragaan maali?
Deebii:-Ragaan jechaRabbiiti:”Ati ni duuta,isaanis ni du,u. Ergasiiguyyaa qiyyaama Gooftaakeessan biratti wal mormuuf
jirtu.”(Azzumar:30,3)
Gaafii 74:Namni erga du’ebooda garam deema?
Deebii:-Namoonni yeroodu’an ni kaafamu.
Gaafii 75:Kaafamu irraattiragaan maali?
Deebii:-Ragaan jechaRabbiiti:”Dachii irraa isinumnee, isii keessatti isindeebifna, yeroo biraasisuma irra isin baafna.”
(Xaaha:55)
Ammaas jecha Rabbiiti:”Rabbii irraa uuminsa isinuume, isii keessatti isiindeebifna ; ergaasi isikeessatti isin deebise,baasinsa isi keessa isinbaasa.”
Gaafii 76: Erga ka’anismaaltu argama?
Deebii:-Erga ka’insaatiiqoratamanii,hujii isaani
galata galfamu.
Gaafii 77: waaan sann irrattiraga dubbadhu?
Deebii:- ragaan jecharabbiiti:”waan samii torbaniifi dachii keessaarabbumaafi,warraballeesssan waan isaanhojjatan galata galchee fiwarra toltuu hojjataniisgaarii akka galata galchuuf.”(annajm:31)
Gaafii 78: murtiin namakaafamuu kijibsiisee maali?
Deebii:-namni kaafamuusobsiise ni kafara.
Gaafii 79: waan kana irrattiragaan maali?
Deebii:-ragaan jecharabbiiti:”isaan kafaran hinkaafamnuu yaadan. Lakkii,rabbitti kakadhe!Kaafamtaniiti,waan hojjattangalata galafamtu. Sun rabbi
irratti laafaadha.(attaghaabun:7)
”
Gaafii 80: Rabbi maaliifergamtoota erge?
Deebii:- Rabbi ergamtootahunda gammachiisoo fisodaachisoo godhee, erge.
Gaafii 81: Ragaa kanaamaali?
Deebii:-Ragaan jechaRabbiiti:”Ergamtoota,
gammachiisoo fisodaachisoo goonee,ergine. Ilma namaatiif eegaergamtoota itti Rabbi irrattiwanni himatan akka hintaaneef ergine.”(Annisaa’i:165)
Gaafii 82: Ergamaa jalqabaaeenyu; kan xumuraa hooeenyu?
Deebii:-Jalqabaniergamtootaa Nuuh yoo
ta’u;xumurri isaanii immooMuhammad (SAW) ta’a.
Gaafii 83: Ragaan waan kanairratti maali?
Deebii:-Nabi Nuuhjalqabaisaanii ta’uu irratti ragaanjecha Rabbiiti:” Nuti garakee,akka gara Nuuhii finabiyyoota isaan boodaattiwahyii (beeksisa) goonettigooneerra.”(Annisaa’i:163)
Gaafii 84: Ummata hunda
ergamaan itti ergamee jiraa?
Deebii:-Ummata hundaRabbiin ergamaa nuuh irraakaasee hangaMuhammad(SAW) ittiergeera.
Gaafii 85: Ergamaan sunmaalitti ajaja?
Deebii:-Rabbuma qofagabbarutti isaan ajajeeti,taabota gabbaruu irraa isaandhoorga.
Gaafii 86:Ragaan waansanaa maali?
Deebii:-Ragaan jechaRabbiiti:”Rabbiin kakadhe!Dhugumatti,ummata hundakeessa Rabbi gabbaraa,taabota gabbaruu irraafagaadhaa jechuun ergamaaergine.” (Annahli:36)
Gaafii 87: Wanni Rabbiingabroota hunda irrattidirqama godhe maali?
Deebii:-Taabotattikafaranii,Rabbitti amanuudha.
Gaafii 88: Xaaghuutajechuun maali?
Deebii:- Ibnul Qayyim Rabbirahmata isaaf haa godhuuakkana jedhe: “Xaaghuutni:waanuma gabrichi daangaandabre; gabbaramaayooknaan hordofamaayookaan ajaja godhamaa
irraa kan taee dha.”
Gaafii 89: Xaaghuutonnihangami?
Deebii:-Xaaghuutonnibaay’eedha; matootiinisaanii shani:Ibliis-abarsiRabbii isa irratti haa bu’u,nama akka isa gabbaranjaalatuu dhaan gabbarame,nama isa gabbarutti namawaame, nama waanfagootiin beekaa himatee fi
nama wanta Rabbiinbuuseen alatti murtii kenneedha.
Gaafii 90: waan san irrattiragaan maali?
Deebii:-Ragaan jechaRabbiiti:”Amantii ISlaamaakeessa dirqiin nama naquunhin jiru, qajeelloon jallinairraa adda bahee jira. Namnitaabotatti kafaree,Rabbittiamane dhugumaan fannoo
jabduu, hin cinneqabate;Rabbiin dhagayaa,beekaa dha.”(Al-Baqaraah:256)
Hiikaan dhugaangabbaramaan Rabbi maleehin jiruudhaa isuma kana.
Ammaas hadiisa keessattiakka armaan gadii kanaatujira:
“Mataan diin Islaamummaadha,utubaan isaas Salaata,
fiixni dalluu (gooba) isaaskaraa Rabbiif qabsaawuudha.” Tirmizii (2616)bareedaa, qulqulluu dhajedhee gabaase.
Rabbumaatu akkaan beekaadha. Rabbiin rahmataMuhammad, maatii isaa fisahaabota isaa irratti haabuusu, nagayaas.